የትግራይን
Videos

ይህን ጀግኖች የትግራይን ድምጽ ስሰማ ኦርሞኔቴን ይጠላለው። ከብዛቱ ጥራቱ የምለው ኣባባል ያስከደናል::

Yaa Oromoo, sabni xiqqaan kun Mootummaa Garboomfataa Abiy Ahmed fi ergamtootasaa “Izema’ jettu sana saree gogaa itti uwwisee galche. Atoo?? እሬቻን አወገዘችHabesha Mentallit Jecha #Saree kanaa seenaaf olkaa’aa! Dhiiga dhangala’aa jiru waggaa darbe irraa kaasnee iyyaatuma jirra. [Read More]

Qeerroon Amboo
News

Qeerroon Amboo ajjeechaa ummata keenya Wallagga ,Gujii,Booranaa fi Walloo irratti Yaroo Ammaa raawwachaa jiru Akka dhaabbatu Mootummaa dulloomee tortoraa Abbaa irree akekkachiisan.

Qeerroon Amboo ajjeechaa ummata keenya Wallagga ,Gujii,Booranaa fi Walloo irratti Yaroo Ammaa raawwachaa jiru Akka dhaabbatu Mootummaa dulloomee tortoraa Abbaa irree akekkachiisan. Qabsoon Qeerroon haarsaa itti kaaffalaa turan oromiyaa jennata lafa irraa gochuuf malee irraa [Read More]