Abbaa seeraa fi barsiisaa Amantii Hailemichael Tadesse LTV irratti kiristaanummaa fi Irreechaan akka walitti hin buune luqqisa macaafa qulluu keessaa fudhatee ibsaa jira

Abbaa seeraa fi barsiisaa Amantii Hailemichael Tadesse LTV irratti kiristaanummaa fi Irreechaan akka walitti hin buune luqqisa macaafa qulluu keessaa fudhatee ibsaa jira.

Aadaa fi eenyummaa keessaniin waan boontaniif, kabajaa guddaa qabdu! Sabnu waan isaa jaalatu, galtuu alagaa hin ta’u!!
#Oromo #Oromia

Abbaa seeraa fi barsiisaa Amantii Hailemichael Tadesse LTV irratti kiristaanummaa fi Irreechaan akka walitti hin buune luqqisa macaafa qulluu keessaa fudhatee ibsaa jira. Lubooni kunneen warra dhugaan galeefidha.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.