Bilisummaa Birhaanuu kun I/Hayyu-duree ABO Sodaree ka ta’e sana!!

Bilisummaa Birhaanuu kun I/Hayyu-duree ABO Sodaree ka ta’e sana; akkasitti tika olaanaa sirnichaa ta’ee hojjachaa otuu jiruu hoggana paartii walabaa of-fakkeessuuf yaale!
Ijji ummataa si arga! Via: Dábessá Gemelal

#AKKAS JEDHEE TURE #GOOTICHI “Qaama Oromoof Hojjetu Kam waliinuu Waltaanee Hojjechuuf Qophiidha. Dhaabota Oromoo Oromoof Hojjetan Waliinis Waan Waltaanu irratti Waliin Hojjechaa jira. Isa Mootummaan EPRDF tika isaa nutti Makuun dhaaba kana (ABO) diiguuf Operation Nurratti Hojjetaa jiru cimsinee ofirraa eegna. Dhaabni kun Dhaaba Oromoon Aarsaa Guddaa itti kaffalee asiin ga’e waan ta’eef humna tikaa kanatti callifnee hin dhiifnu.” HD ABO #Jaal_Daawud_Ibsaa
Kunooti egaa Tikni Mootummaan ittiin ABO Diiguuf maqaa ABOn Baajata baasee Soodareetti #ABO_Soodaree hundeessuuf Miseensa Tika isaanii kan ta’e #Bilisummaa_Birhaanuu I/A HD ABO jechuun ABO Soodareetti hundaa’e kan Abbaa Nagaa Jaarraa HD ABO jechuun filameefitti nama ramadamedha.
Tikni Mootummaa ADWUI Maqaa ABOn hundaa’uu Xalayaan kun Ragaadha!

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.