Breaking news: “Ilmaan Oromoo walloo lamaan guyyaa ..

Breaking news
“Ilmaan Oromoo walloo lamaan guyyaa dheengaddaa RIBn qabamanii turan RIB gadi lakkisaa jechuun poolisii aanaa arxummaa fursiitti kennuu gabaasnee turre. Poolisiin aanaas gubbuu kuma shantama shantama gaafachuu gabaasneerra. Guyyaa har’aa kana immoo Abbaan alangaa aanaa arxummaa fursii himata shororkeessummaa fi ajjeechaa amaarotaaf isintu gaafatama jedhee himata irratti baneera. Maqaan isaanii Aliyyii Hasan Diimtuu fi Aliyyii Mohamad Adam jedhamu.Yaa oromoo walloo maaloo sagalee waliif haa taanu nuuf jedhiin!!”

Via: Dábessá Gemelal

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.