Why is it different for WBO? Eessaa Jirti ODPN kana dubbisi jedhi? Hara’as akkuma kalessa tahufii?

Why is it different for WBO? Eessaa Jirti ODPN kana dubbisi jedhi? Hara’as akkuma kalessa tahufii?

 


Mootummaan naannoo Amaaraa akkamin mirgaa loltoota Leenjisuu qabaate??? Dhimma akkasi kana Median oromoo hundii hordofanii qaama dhimmi isaa ilaalu gaafachu akkasumas uummataaf ifa gochuu qabu.

Fekadu Fayisa

Ibsa Ejenno Walgahii Magaalaa Naqamte tti godhamee

የአማራ ክልል መንግስት የክልሉን ህዝብን በጠቅላላ ወታደራዉ ስልጠና እየስጠ እያስታጠቀ ነው