Dirree Dhawaa: Ilma Oromootu akkana ta’aa jira.

#Dirree__Dhawaa:  Ilma Oromootu akkana ta’aa jira.

Gaafa Waraanni Mootummaa kanaan hogganamu Ilmaan Oromoo lixa Oromiyaa wallagga jiran fixaa turan, gariin keenya isaan Shaneedha, Jijjiirama kana gufachiisuu barbaadan, Nuti bilisoomnee jirra jechaa turre.

Har’a Harargee irraas dhaqqabaa jira,
Boru ammoo Arsii fi Baaleetu itti aana.

Oromoo dammaqaa!
Activistoota OPDO caqasuu dhiifnee, Gamtaan falmannee qabsoo keenya karaatti dhaabne galmaan haa geenyu.

Adem Misoma


Humni addaa naannoo Amaaraa barattoota oromoo yuunivarsiitii naannichaatti barachuuf gara naannoo Amaaraatti imalaa jiran daandii irraa ukkaamsuun darara hamaa bakka dhokataatti geessee irratti raawataa jira jedha odeessi, kanaafuu barattonni keenya of eeggadhaa!

Ethiopia News | የከፍተኛ ባለስልጣናቱ ፍጥጫ | Taye Dendea | Asemahegne Asres


Rajii Bara kana #Egypt fi #Ethiopia.
Yeroo amma dhimma Ijaarsa hidha #Abbaa_Yaa‘aa. Irratti lameenu gara waraana ilaala waan jiran fakkaatu ta’us Akka #Afirika Militari international force jedhutti.
Ethiopia fi Egypt maal fakkaatu laata?
1. Attack Helicopter.
Egypt: 46 qabdi
Ethiopia: 8 qabdi.
2. Towed Artiller.
Egypt: 2060
Ethiopia: 700
3. Rocket projectors.
Egypt: 1481
Ethiopia: 183
4. Total aircraft.
Egypt: 1182
Ethiopia: 80.
5. Fighter aircraft.
Egypt: 337.
Ethiopia: 24.
6. Attack aircraft.
Egypt: 427.
Ethiopia: 24.
7. Transpirt aircraft.
Egypt: 260
Ethiopia: 34.
8. Trainer aircraft.
Egypt: 384
Ethiopia: 14.
9. Total helicopter.
Egypt: 257
Ethiopia: 33
10. Naval strength.
Egypt: 319
Ethiopia: 0
11. Submariner.
Egypt: 5
Ethiopia: 0
12. Frigater.
Egypt: 9
Ethiopia: 0
Kana yeroo ta’an #Egypt sadarkaa 1ffaa irratti yoo argamtu 2ffaa. #Aljeriyaa 3ffaa #Afirikaa_Kibbaa 4ffaa Nayijeeriyaa yoo ta’an 5ffaa #Itiyoopiyaadha. Haa ta’u dhimmi kun gara waraanatti kan geessu yoo ta’e lubbuun Ijoollee hiyyeessa #Qumaara taati laata gaaffii koo siniifan dhiisa.


የተጎዳ ህዝብ ስለጎዳዊ ሥርዓት ቢናገር እዉነት አለዉ ጥቅም ባይኖረዉም። ይሄ የምትመለከቱት ልካንዳ ቤት አይደለም። የተነጠፈ ልብስም አይደለም። የፃዲቅ ሰዉ ስራም አይደለም። የተወሰነ ቢሄር ያለዉ አካል ያደረግዉም አይደለም። ይሄን ያደረጉት የነፍጠኛዉ ሥርዓት ዉስጥ ሆነዉ ህዝብን በኃይልና በጉልበት ለማስገበር የተደረገ የዘር ማጥፋት ነበር። ለተደረገዉ ለዝህ ወንጀል የሚጠይቀዉ የተለየ ዘርም አይኖርም የሚጠየቀዉ ሥርዓት ነዉ። አዎ የነፍጠኛዉ ሥርዓት ህዝብን በጉልበት በሞት አስፈራርቶ ሲገዛ የነበረ ሥርዓት ነዉ። ዛሬ ለምን ይሄ ሥርዓት ስሙ ተጠራ ብለዉ ቡራ ከረዩ የሚሉ ኃይሎች ግን እኛ ነን አትንኩን የሚሉ ይመስላል። ይሄን ወንጀል የሰራዉ አማራ አይደለም፣ኦሮሞ አይደለም፣ ትግሬ ወይም ሌላ ብሄር አይደለም የነፍጠኛዉ ሥርዓት ነዉ። ተቀበል።

Shuba Chali

መልዕክቱ የማይካድ የታሪክ ሐቅ ሆኖ እያለ ቡራከረዩው ለምኑ ነው? ወሬ ብቻቻቻ……. — with የፊንፊኔ ቄሮዎች ማህበር.


Onkoloolessa 8/2019)Oromiyaa hunda keessatti babal’achuu qaba.
Barattooni Mana Barnootaa Dadaar barnoonni afaan Oromootin akka laatamu gaafatan.

Barnoonni afaan Oromootin barsiifamuu osoo qabuu ajaja Biiroo Barnoota Oromiyaatin kennameen afaan Amaaratiin baruu barsiisun akka itti fufu ta’eera.

Namoonni hiriira ba’anis gochicha mormanii, hatattamaan akka sirratu gaafataniiru.

#Naannoo ofiitti afaan naannotiin barachuun mirga heeran kennamedha.

Adem Misoma(SQ onkoloolessa 8/2019)oduu Gaddaa
Barsiisaa Olaanii Tuulaamaa humni addaa naannoo Amaaraa guyyoota lamaan dura reebicha hamaa erga irraan gahaniin booda eda halkan immoo mana yaalaa Shawarobit keessaa baasanii naannoo hootela Gannatitti gatanii deeman hanga ammaa lubbuun keessa jira. Waajjira poolisii magaalaa Shawarobit cina. Namni kun oromoo waan taheef qofa akkanaan reebame.


(SQ onkoloolessa 8/2019)oduu Gaddaa
Barsiisaa Olaanii Tuulaamaa humni addaa naannoo Amaaraa guyyoota lamaan dura reebicha hamaa erga irraan gahaniin booda eda halkan immoo mana yaalaa Shawarobit keessaa baasanii naannoo hootela Gannatitti gatanii deeman hanga ammaa lubbuun keessa jira. Waajjira poolisii magaalaa Shawarobit cina. Namni kun oromoo waan taheef qofa akkanaan reebame.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.