Ethiopia: Amhara regional state special forces have today killed Major Aschalew Dese (pictured), leader of “Fano”

Ethiopia: Amhara regional state special forces have today killed Major Aschalew Dese (pictured), leader of “Fano”
#Inbox

#Wallo_haxaayyee_sambatee

Qaqalloon walloo waan harka kennattu hin fakkaattu waraanni #Asaamminoo_Tsiggeen leenji’e dursa warruma isaanii galaafachuu jalqabe sana booda hoogganoota olaanoo federaalaa galaafate utuu wal irraa hin kutin #Qimaantiif #Oromoo wallootti qawwee isaa gara galfate gochaa gara hammeenyummaaf duguuggaa itti fufeera garuu bakkoota baayyetti salphatee kufeera

Salphachuun leenjisama isaanii #Asaamminoo irraa jalqabe garuu abdii kutachuu hin dandeenye waraana labsaniiru. Nuti Amaanaa abboota keenyaa galmaan ni geenya jedhanii gurmaa’uudhaan socho’aaru

Garuu gara badaniiru.Walloon wal dhaantuu sirna quufeeti waldhaantuu nafxanyaati
Walloon waardiyaa oromummaatiif oromooti.Jarreen kana hin beekne dhaxxee harka isii abidda walloo mallisu keessa kaawwatte abiddichi shidaatuma jira. Qaqalloon walloos idduudhumatti jiru

Nuti immoo oromoonni godina biraa waan nurraa eeggamu hundaan tumsuu qabna.Walloon bira qoosaan qawwee hin jiru. Qaawwa limmeetiin yaafti kun haqa badhee jiruudha.

~from Usmaan Waariyoo Heeban.

Tsegaye Ararssa


#Inbox!! #Gujii irraa
“Gaaaddisni Hoggansa Oromoo walgahii fi Marii Araara,Nageeya fi Wabii Ummaata oromooti Jedhe jalqabe Mali irraa gahe jira? Marii Amma Partiilee siyaasa oromoo jidduuti Nageeya fi Tookkumma umuf jalqabe Addan Kutu hin qabu Ariitin Itti deemu qaba.furmata Tokkoo irraa Gahe Akka Ummaani Oromoo Gujii fi Wallagaa Fala Waara argatu Gochuf Marii jalqabe miira guutun Hifuu,dadhabi fi Abdi murana tokkoo male itti deemun dhimma oromoof filannoo hin qabnedha.
Haalli Nageeya fi Ummaata Gosaa tokkoo jidduuti shakkii umaani Bifa Haloo wali bahuutif Godina Gujii Keessaatti deema jiru guyyaa guyyaan Cima Yaaddessa dhufe jira.hiiga durii caala bifa hamaa ta’en bifa jijjiraata deema jira jedha jiru Jiraattootni Godina Gujii Yommiyu caala nuuti Ummaani Nageeya Du’a fi jiru jiddu jirra qaama hiidhaten Gama Gamana jiru jidduuti Yoomi Ajjeefamna eenyutu Nutta dhuqaase Nu Ajjeessa jenne sodaa Cimtu Keessaa galle miira sodaa fi shakkiin guutamen oolle bula jirra .

Walumagalaati hallii Nageeya Nuuti yeroo amma keessa jirru cima dhufe jira wan ta’ef Ummaani oromoo hundaaf Hoggansi Gaddisaa Oromoo Rakkoo fi cinqii Nuuti yeroo amma Keessaa jirru hubate Akka nuuti Lubbuu keenya qofan jirannu Nuf Birmaadha jedha jiru Maloo Ummaata oromoo Kibbaa fi Lixaa jiruf Qaamni Dhimmi isaa ilaallatu martinu haa birmannuf!! Nageeya fi Qabbanni Akka Ummaata Nageeyaa kanaf bu’u haa goonu!!Gujii Qofaa Keessaatti Torban Darbe kana qofa Gama Gamanani Humna woraana Hiidhaten Namoota Nageeya Miskinaa 10n oolitti Karaa dhoksaa fi Ifa ta’en Ajjeefame jira.

Addis Standard

#Ethiopia#Amhara regional state special forces have today killed Major Aschalew Dese (pictured), leader of “Fano” (a group initially known for leading the 2015-16 protest), in Ebnat Wereda, Dega Melza area in South #Gonder.
Major Aschalew Dese was one of the prisoners released during the government’s amnesty last year, according to ELU

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.