“Gaaffiin ummata Oromoo WBO biratti hin sharafamu!” Jaal Marroo Dirribaa, Ajajaa WBO Zoonii Lixaa,

“Gaaffiin ummata Oromoo WBO biratti hin sharafamu!” Jaal Marroo Dirribaa, Ajajaa WBO Zoonii Lixaa, 3 Onkoloolessa 2019
Gaaffii fi Deebii Jaal Marroo Dirribaa waliin haala yeroo irratti godhame,


Leencoo fi Galaasaan Akkam akkam waliin bareedu!
Ayii otuu 1991 ta’ee hedduu gaarii ture.


Waggaa 150 booda irreecha kan deebi’ee magaallii #Baakkoo akkaasitti bareedde ilmaltoota egaa jirti!
Imaala gaarii!!

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


Eenyummaa keenya agarsiisuun yoo sin miidha ta’e sirumaa badduu isinaa baasu
Akkatti miidhagnu nutu beeka malee isin nuuf hin beektan
Waa maraafuu Qeerroon jimmaafi Qeerroon sabbataa furiidhaa laaqana nyaachuuf qophoofnee jirraa warri nu jaalattan koottaa nu waliin nyaadhaa affeeramtaniittu


#WBO-Goototni saba isaanii biratti kabajaa qabu!


This is Oromia!!

 


Nuti Oromoo dha; biyyi keenya Oromiyaa dha!


Errechi Irree Keenya
Tokkommaan Keenya!


Dhiiroo Lammaan Saalfii hinqabu!
Jechikun akkamitti danda’ee Afaan isaatii bahemee?


Guyyaa har’aa Onkoloolessa 2, 2019 guutummaa Lixa Oromiyaa (Wallaggaa) keessatti Lola wal irraa hin cinne WBOfi Agaazii gidduutti geggeeffamaa ooleen Agaazii 30 ol ajjeeffamteetti! Wallaggaa iddoo gara garaatti Agaaziin Kaampii 7 ol gadi dhiistee baqqatteetti! Guyyuma har’aa Humni Special Commando Agaazii (RIB) jadhamu Ilmaan Oromoo qulqulluun badii tokkoon malee Nama 6 Wallaggaa iddoo gara garaatti Ajjeessaniiru!! Waliigalteen (Araarri) kaleessa kanaaf Araara sobaati Janna! Majan
Qabsoon hanga. Bilisummaa Oromoof Walabummaa Oromiyaatti itti fufa Gaaticha Jaarraa 21ffaa [Jaal Marroo] Irraa
Qabsoon itti fufa!
Injifannoon kan ummata Oromooti!

Maammee Caffee

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.