Gudar jalqaabe kan Xumurra itti goochuu dhaaf goolaba xumuurra Garbumma ( GXG)

Gudar jalqaabe kan Xumurra itti goochuu dhaaf goolaba xumuurra Garbumma ( GXG)

Nama guddaa ture.
Seenaa gaariiqaba gal gala keessa kaatimaa bade.
Yoo galaasaan siyaasa ethiopia moo’ee aangoo fudhate, Rabbi lubbuuko haafudhatu!

Oromiya Biyyako


#Ijoollee Jiruu Fooyyeffanna Jedhanii Jirreenyii Isaanii Mana Hidhaa Biyya Alagaa Ta’e Kanneeniif Eenyutuu Gaafatamummaa Fudhataa??Mohammed Hassen Wako

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


Gurbaan Itti Aanaa Hayyu Duree ABO Soodaree ta’e kun yeroo fincilaa keessa barattoota Oromoo basaasaa ture. Bara 2015/16 keessa yeroo Qeerroon wal ijaaree gara qabsoo hidhannootti makamuuf (WBOtti makamuuf) jedhu dargaggoota 37 saaxilee akka gara WBOtti hin makamne taasise. Har’a garuu maqaa ABOtiin daldala. Qabsoo Bilisummaa Oromootti gufuu ta’uuf dalagaa jira.Oromiyaan Biyya

ABO.Sodare qaama OPDO ti. OPDOtu ijaare. OPDOtu rimot kontrolidhaan ajaja. Warra garaaf walitti qabameedha.

Milkesa Hailu