Maqalee Keesstti Leenjiin Kennamee Kan “MADDAMAR” Mormiin Isa Mudatee Jira

Maqalee Keesstti Leenjiin Kennamee Kan “MADDAMAR” Mormiin Isa Mudatee Jira

Magaala Maqalee

WAASHINGITAN, DIISII —(voaafaanoromoo)—-Waajjira IHAADIIG irraa leenjii waa’ee “ MADDAMAR” kennuuf kanneen torban dabree magaalaa Meqelee imalanii jiran leenjii kenname irratti hogganni naannoo mormee jira.

Angawoota sadarkaa olaanaa fi giddu galeessaa kan Adda Bilisumma Uummata Tigraay (TPLF)leenjii kenname kun caasaa ADWUI kan hordofee miti akkasumas yaada gartuu tokkoo miseensootaa fi hogganoota ka biro irratti fe’uu fi naamuusa paartii kan cabsee jedhan.
Waan adda addaa irraa yaada walitti fudhuun yaadii isaa illee maal akka ta’e haala hin beekamneen eenyuuf akka qabsaa’uu hin ibsu jedha.


Poolisonni Hoong Koong Wiixata, Onkoloolessa 7, mormitoota kumaan lakkaawwaman hiriira bahan irratti gaazii nama imimmaanessu dhukaasan.
Mormiin magaalattiitti cimaa dhufe sararoota geejibaa fi karaawwan irratti miidhaa guddaa geechisuu isaatin guyyaa kaleessaa baabura malee geejibni biraa in jiru ture. Waraanni Chaayinaas yeroo duraatii kanneen hiriira irratti hirmaatanif akeekkachiisa kenneera. #voasocial

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.