RSWO : Oromoonni Konyaa Baalee, Gannoota 2 Dura Milishoota

RSWO :  Oromoonni Konyaa Baalee, Gannoota 2 Dura Milishoota Somaaleen Qe’ee isaaniirraa Buqqaafaman; Beela, Daara, Dhibeefi Gadadoo Hamaaf Saaxilamanii Jiraachuu | Konyaa Harargee Lixaa, Ona Gumbii Bordoddee keessa’tti Oromoonni 8 Hidhattoota Affaariin, Guyyaa Kaleessaa Ajjeefamuu

OMN: Oduu Galgalaa ( Hagayya 08- 2019)


Guyyaa Araa Somale fi Afar Waaltahani Naannoo Bordooddeti lola Ummata oromoo irraati ba,naa irraati Lubuu Uummata oromoo Nama Kudha 16 Bilawwaan Qaaqallani Ajjesaan Garuu waani Rajii Namati Tahuu tokko Dubartota Oromoo irraa Biillawan Harmaa irraa murudhaa . Rajii motummaa Naannoo Oromiyaa Dhagaaha mee Hariiroon Motummootta Naannoo somaleti fi Afra Jiduu jiru Jabesinee jira Jedhe Media isa OBN kiijiibaa Afufa ture Somalefi Afaram Oromoo walitti Ararsiinee jedhee Soba isani kana Dura Baran sana Hasawaa ture Guruu Dhudhaan jiru kana miti Uummata Oromoo irraa meshaa Waraana irraa Guranii sabaa bira Hiidhachisani Oromoo fiicisisudha Ararii OPDO hafarsaa jiran Garuu wanii anati Rajii Anati Tehee tokko osoo motummaan Naannoo oromiyaa Araara jedhe oddessa jiru Aana Tokko keessaati lolii kun Torbaan tokko keessaati yeroo lama tahuu isati yaa Qeerrooo bu,aan bilisummaa soba kana Saphaloo Kadiir